Isaiah 51:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini Yerusalemufi nama ona isii suni keesa taule, innaha. Ato lafti isii badde raasa taatele anini oobru tolcha, akuma oobru duri anini Edeniti oobre taani. Gammadafi qilit'ama achiti argani faaru na faarsani galata naa deebisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani Rabbi Tsiyooniin hin jajjabeessa; lafa isi'ii ta ona taate akka lafa jeennataa, lafa isi'ii ta gammoojji'ii akka laliftu taasisa; isii keessa qanani'ii fi gammachu'utu jira; laagaan faaruu galataallee isii keessaa dhagayama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootiin Waan Maraa Xiyoon hin jajjabeessa; waan isii duraa diigame maraaf hin marara. Goomolee isi'ii akka fichaa Edenii lafa isi'ii godduu akka oorruu tiyyaa hin godha. Ililleetti'ii fi gammad isii keessatti hin dhaggama; qoonqoo galataatii fi faaru'uu achi keessatti hin dhage'anti.