Isaiah 51:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini hurrise d'ufe worra baasa, baafami kiyya d'io jira. Amumati harka kiyyaani gosa ch'ufa fida. Lafti fago na eedde irre tiyya abdatti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani daddafee dhufee isaan oolcha; hennaan ani dimmaa mooyadhu hin dhufa; hunna kiyyaan banii maraa bulcha; baniin biyya galaanaan marfamte keessa jiraatan abdi'iin na eeggatan; hunna kiyyallee hin hedatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Balchummaan tiyya ariiti'iin dhikaatiisatti jirti; fayyisiisi kiyyalle dhaqqabiisatti jira; irreen tiyya gosa biyya adda addaatiif haqa hin fiddi. Worri oddoola keessaa gara kiyya hin ilaalan; irree tiyyalle addi'iin hin eegatan.