Isaiah 51:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani worri d'uga beekhu ka seera kiyyaa qalbi keesaa qabu, na ch'aqasa. Hojja nami arabse isani miid'e insodaatina,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin worri waan sirrii ta'e beettanii fi namoonni seerri kiyya onnee keessan keessa jiru na dhagayaa'a; dhaadhessaa namootaa hin sodaatinaa'a; arraba isaaniitiifillee hin nayinaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isin worri balchummaa beettanu, isin kolbaan seera kiyya gadhaa keessan keessaa qaddanu na dhage'a'a. Murgoo namootaa hin sodaatina'a; yookiin yennaa isaan isin arrassanu hin rifatina'a.