Isaiah 51:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa, kai, nu qarqaari, harka keetiini nu baasi, akuma atini duri tolchite. Nami goorjama Rahabu jed'ani gargari ch'ire siiniti?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! ka'ii hunna kee mudhisi! akkuma dur dhaloota bara sanii keessatti goote ka'i; jawwee galaana keessaa ka Ra'aab jedhamu ka kukkutee butuche si'i.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee irree Mootii Waan Maraa, ka'i, ka'i! Hunna teeti mudhisi! Akka bara durii, akkuma dhaloota durii durii keessaa ka'i! Jawwee guddittii abbaayaa keessaa, ta, «Rahaab» jedhanu san kukkuttee, ka woraante si'ii motii ree?