Isaiah 52:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi irre ufi qulqullooni gumi ufi baasa, duuba waan suni lafti ch'ufti inargati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi banii marattuu hunna ufii mudhisa; adunyaan maruu oolchuu isaa argiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa gosa biyya adda addaa mara duratti irree ifii woyyittii hin mudhisa. Worri qaccee biyya lafaa jiranu duudiin fayyisiisa Waaqa keennaa hin dhaggan.