Isaiah 52:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kaa! Kaa! Armaa yaa, isani worri miha Mana Waaqa baatu! Waan qulqullo intahini tokole intuqina; ufi qulqulleesa, kaa, yaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin worri miya woyyuu mana woyyu'uu baadhattan! Baabilooniin keessaa bayaa'a; isii irraa fooyamaa'a; waan battii hin tuqinaa'a; isii keessaa baya'aa uf qulqulleessaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin worri meya Mootii Waan Maraa ba'attanu, adda baya'a; adda baya'aa; achi keessaa baya'a; waan battii hin tuqina'a; achi keessaa baya'aatii, ifi qulqulleessa'a.