Isaiah 52:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami hedduuni isa arge mame afaani qabata. Fuuli isaa aka iraa gore namale infakaatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan nama maraa caalaa nafti isaa miidhameeruuf namoonni hedduu akka fuulli isaa bade arganii nayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee akki tajaajilaa kiyyaa nama irraa adda te'ee, waan gara dhabeef, namooti hedduun baaseffatane.