Isaiah 52:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo ammatana gochiti hedduuni waan isa mamte, hayyootileeni waan dubbatu d'abde afaani qabatti. Worri waan takaa imbeekhini arge hubata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin hedduu waan duraan isaanitti hin himamne waan arganii fi waan hin dhageenne waan hubataniif waan tajaajilaa kiyyaa maalalfatan; mootonnillee isa maalalfatanii waan jedhan dhaban.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre inni gosa biyya adda addaa hedduu hin baaseffachiisa; sababa isaatiif moototi afaan hin qabatti; waan dur itti hin himamin hin dhaggiti; waan hin dhage'in hin hubatti» jedhe.