Isaiah 52:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa isani lafa Misiriti godaantani achi teetani kaani, isani fed'uma teesanini achi d'at'ani; ammo worri Ashuru, beese male, irreeni isani fud'ate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Armaan dura fedhuma keessaniin gara biyya Misirii baqattanii jiraata'aa turtan; worri Sooriya'aa garuu uduu womaa hin kaffalle isin booji'anii guddisanii isin rakkisa'aa isin bulchan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan Mootiin Waan Maraa, «Kolbaan tiyya qara biyya Gibxi'ii keessa le'iisaaf, gad dhaxxe; achiin duuba worri Asoorii, sababa malee isaan cunqurse.