Isaiah 52:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma tana, AABBO Waaqi waan jed'u, wonti tahe kunini maani? Isani nama boojiani, beese male isani fud'atani. Worri isani mohatu hojja ch'ufa ufi guddise kiyyibe na tufata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani uduu baniin kiyya gatii malee fudhatamu arga'aa wonti ani godhu maaltu jira? worri isaan bulchu isaanitti baldan; hennaa maraa maqaa kiyya arrabsan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan tiyya sababa malee waan fudhatanteef, ani asii maan qaba ree? Worri isaan bulchu isaanitti murga; guyyaa mara maqaa kiyya faanshessan.