Isaiah 52:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Miili worraa odu dansa nagaya odeesu akami mid'aaga! Inni baafama odeese waan Sionini jed'u, Waaqi kanke hayyu lafa mohatu!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni gaarran irratti waan nagayaatii fi waan fayyumma'aa dubbatu; ka oduu nagayaa labsu; ka Tsiyoonitti «Waandhi kee hin mooya!» jedhee himu lutti isaa attam bareeda!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Miilli ergamaa gaara irra dhaabbatee oduu gammadaa fidu, ka nageya lassuu, ka waan dansaa fidu, ka fayyinna lallabu, ka Xiyooniin, «Waaqi keeti mootii te'a» jedhu, attam attam tola!