Isaiah 53:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Inni fed'i tiyya gula gaargale; duisi isa sorio dabaani namaa araaramani. Duuba akanaani inni lubbu bule ilmaani isa ch'ufa arge, fed'iini tiyyaleeni isani guutamti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Garuu akka inni guddisee miidhamee bututu ka godhe ana; inni hennaa lubbuu ufii sababaa yakkaatiif ciincaa godhee dhiyeessu barri isaa dheeratee fiixaa ufii arga; karaa isaatiin fedhiin kiyya raawwatama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Te'uu malee, bututiisii fi farriis isaa fedha kiyya; ani jiruu isaa kennansa sababa yakka'aatiif dhikaatu godhulle, barri isaa dheeratee inni sanyii ifii hin dhagga; fedhiin tiyyalle karaa isaatiin hin muummotti.