Isaiah 53:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi guddo gaargale inni deebie gammada argate, aka gaargali isaa sunini wo namaa bahu beekha. Hojattuuni tiyya dansaani, ta guddo na gammachiiftu, ch'ubbu nama heddu fud'ata, aninileeni maro isaatiifi worraa araarama.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Tajaajilaan kiyya balchaan rakko'oon maayessa ifa jireennaa argee dheebuu baya; beekkumsa ufiitiin namoota hedduu qajeelcha; yakka isaaniillee hin baadhata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni farriisa ifiitiin duuba, ifa jiru'uu dhaggee hin gammada. Tajaajilaan kiyya balchichi, beekkumsa ifiitiin worra bacaa hin balchoonsa; yakkaa isaaniille hin ba'ata.