Isaiah 53:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni AABBO Waaqa durati akuma mukha late, hiddi isaa lafa goddu keesati bahu jira. Inni guddinnaafi mid'aaguma nu isani millannu inqabu, wonti nami millate isaani jaalatu tokoleeni injirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Tajaajilaan kiyya akkuma hiddaa fi biqila lafa gogaa irratti biqiluutitti guddate; nu akka isa hin laalleef inni bareeddinnaa fi gaachena hin qabu; nu isa jaalachu'uuf bareeddinnaa fi gaachena hin qabu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Mootii Waan Maraa duratti akka kichuu quunxituu, akka hidda lafa godduu keessaa bawuu hin lata; inni dansummaa yookiin arnya nutti tolu hin qabu; akka isa jaalannuufille akka hin qabu.