Isaiah 53:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo inni gaargala keennafi laalefacha nu sila argannu fud'ate. Ammo nu hojja ch'ufa waan Waaqi gaargala suni isatini d'ufe seene.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni dhugamaan dhibee keenna ufitti fuudhate; dhukkuba keennallee nu irraa baadhate; nu garuu akka waan Rabbi dhayee kuffisee madeesseetitti isa laalle.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Inni dhugumaan dhukkuba keenna fudhatee, dhibee teennalle ba'ate. Te'uu malee, nuuti akka Waaqi isa dhowee, akka Waaqi balaa isatti buusee, akka Waaqi isa farrisiisetti laakkonne.