Isaiah 53:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo maro daba keennatifi isa woraanani, maro ch'ubbu teennatifi isaa d'aanani. Maro gaargala isaatiifi nu nagaya arganne, maro d'aanicha isatifi nu fayyisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni garuu balleessaa keennaaf woraannamee madaaye; yakka keennaaf butute; nu'u adabamu'uu fi madaayuu isaatiin fayyine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ammoo, sababa cubbuu teennaatiif woraaname; sababa yakkaa teennaatiifille butute. Nuuti adabamiisa isaatiin nageya dhagganne; madaa isaatille'een nuuti fayyine.