Isaiah 53:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nuuni ch'ufti aka hooliye banne, abbu kara ufi gula bahe. Ammo AABBO Waaqi ch'ubbu teenna ch'ufa isa ira kaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu maruu akkuma hoolotaa gar gar facaanee karama ufii feene deema'aa turre; Rabbi garuu yakka keenna maraa isa irra kaaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti marti akka hoole'ee karaa irraa bannee, tokko tokkoon keennaayyuu karaa karaa keennatti gorre; Mootiin Waan Maraa ammoo, yakkaa teenna mara isa irra keye.