Isaiah 53:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isa qabani, wollaala iti murani, ijeechaa geesani. Nami tokoleeni waan isa tolchani suni iyyaalle. Isa maro daba gumi teennatifi ijeesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Murtii qajeelaa hin taane itti murteessanii qabanii deemaniin; waan inni durana ta'u eentu hubatuu danda'a? inni yakka banii kiyyaatiif dhayame; adunyaa namni irra jiraatu irraa dhabame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Cunqursiisaan isatti muranee, fuudhanee deemane. Inni lafa worra jiraata'aa keessaa balleeffamee, sababa yakkaa kolbaa ifiitiifille akka adabame hidda dhaloota isaa keessaa ka hubate eennu ree?