Isaiah 54:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato gaareeni chochoosani kubilele balleesani, jaalalti anini isi jaalad'u ind'umatu, anini kakhu tiyya ta nagaya haga jiru jireenna jabeesa. AABBO Waaqi ka sii nahu akana jed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaarranii fi tulloonni raafamanii jiguu danda'an; jaalalli ani sii qabu garuu baraa haga bara baraa jabaatee jiraata; jecha kiyya ka nagayaatii fi ka abdi'ii baraa haga bara baraa sii eega; jedha Rabbiin garaa sii laafu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaaroti raafamanulle, kooboti addee ifii irraa ka'anulle jaalalli bara baraa ka ani si'iif qabu, ijjumaa hin raafantu; gondooroon nageyaa tiyyalle hin diigantu.