Isaiah 54:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Ee Yerusalemu, dira qarqaarsa inqamne, ka gaargala qabu, ka nami tokoleeni ka garaa si jabeesu injirre, anini yayaba kanke d'akha ch'uluqaani jaara.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Ati qachaan Yerusaalemii ta rakkatte, ta bubbe'een raafamtee fi ta jajjabaachuu dadhabde! Ani dhagaa gatii gudda'aa ka sanpeer jedhamuun si ijaara; bu'uura kee dhagaa bareeda cuquliisaan jalqaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee, ati qachaa Yerusaalemii, ka rakkatte, ka bubbee bokkeyaatiin raafante; ka hin jajjabaatin. Kunoo, ani dhakaa gatii guddo'ootiin si hin ijaara; dhakaa ‹Safiiros› jedhamuun hundee teetille hin keya.