Isaiah 54:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Doofi tante d'akha diima ch'uluqaani jaare, fullo tantele d'akha bibiliquuni jaare, naabo tantele d'akhaye ch'ululut'uni jaara.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fiixxee dallawwan keetii dhagaa diimaa maraagid jedhamuun, balballan dallawa keetii mi'a calanqisaa gatii gudda'aatiin dallawa naannaya kee jiru maraa dhagaa gatii gudda'aatiin ijaara.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani qaccee xelleephoo teetii dooqa diima'aan, karra teetiille dooqa cululuquun, dalleya dhaka'aa keetille dhakaa gatii guddo'ootiin hin ijaara.