Isaiah 54:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini seera lafa teeti mirgaafi bitati hiifate, nami keetileeni lafa gochiti d'ibiini amma keesa qubatu deefate, dira amma bade ona tahe kana nami guuta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bita'aa fi mirgaanillee hin badhatta; fiixaan keellee mootota dhaalan; qachaa diiggamte keessa jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati gara middaa fi bita'aa waan badhattuuf, sanyiin teeti gosa biyya adda addaa hin qabatti; qachoota isaanii ka one keessalle hin qubatti.