Isaiah 54:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Insodaatini deebiani si inch'eersani, yokhaani si indabsani. Ch'eera kanke ka gaafa atini kaimatifi ch'eekho atini aka haad'a hiyyeesaa teete deebite inqaabatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hin saalfattuu hin sodaatin; saalfachuu bara ijoollumma'aa hin irraanfatta; arraba maqaa haadha hiyyeessaatiin si arrabsan hin irraanfatta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ati waan hin qaanonneef, hin sodaatin; waan hin salphanneef, hin rifatin. Fokkoo yennaa dargaggummaa teetii hin deeta; qaanii yennaa haadha hiyyeessummaa teetiille haganaa achi hin qaabattu.