Isaiah 54:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini niiti kaima, ta d'iirsi lakise gaargala argatte laalefattu fakaata. Ammo AABBO Waaqi ufiti si yaame, si deebise waan siini jed'u:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati akka dubartii ijoollumma'atti heerumtee gatamtee abbaa manaa jalaa baatee gadditeeti; Rabbi Waandhi kee garuu deebi'ee dhufee ufitti si waamee akkana siin jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ati akka dubartii dargaggumma'aan heerumtee, abbaan manaa isii lakkisee, gadhaa ifii keessatti gadditee ti» jedha. Mootiin Waan Maraa keeti ammoo, gara ifii si waamee,