Isaiah 54:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini maro dallansutifi haga diqa toko fuula siraa deefad'e, duuba eege jaalala ind'umanneeni si jaalad'a. AABBO Waaqi, ka si baasu, akana siini jed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani waan guddisee aareef hennaa diqqo'oof si dhiisee ture; ani garuu jaalala kiyya ka dhuma hin qabneen garaa sii laafa jedha Rabbiin si oolchu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani guddoo waan sitti aareef, yennaa diqqo'oof fuula kiyya si duraa dhoffadheeraayyu; ammoo, jaalala kiyya ka bara baraatiin si hin marara» jedha ka si wodu.