Isaiah 54:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa bara Nuhu kaani anini kakhad'e waan jed'e, Anini deebie lafa bisaanini imballeesu, ammatana anini aka deebie siti indallanne yokhaani si ingaargalchine kakhad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma bara Noohii ardii bisaaniin hin balleessu jedhee waadaa gale; akkasuma ani amma ‹siinillee hin lolu› jedhee waadaa sii gala; ammaa achi si hin adabu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle Mootiin Waan Maraa ka si mararu si'iin, «Tun naaf akka bara Nohii deebi'ee bisaaniin lafa akka hin balleessine kakadhee ti; maarre ani amma deebi'ee akka sitti hin aarre, deebi'eelle ijjumaa akka si hin xindheef kakadheera.