Isaiah 55:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Nami d'eebu qabu ch'ufti koota, bisaani kunooti! Isani worri beese inqamne koota, mid'aani bitad'a, nyaad'a! Koota, aananifi daad'i beese male fud'ad'a!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Isin worri dheebottan maruu gara bisaanii koottaa'a! worri waan bitattaniin hin qabne bitadha'aa nyaadhaa'a! kootta'aa gatii malee aannanii fi daadhii woyini'ii bitadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Isin worri dheebottane marti, gara bisaanii kowa'a! Isin worri beesee hin qanne, kowa'aatii, bitadha'aa nyaadha'a! Kowa'aatii, beesee malee, gatii malee, daadhii woyni'iitii fi aanan bitadha'a!