Isaiah 55:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbini tiyya bokaya gubbaa roobe lafa jiisu fakaati, ka mid'aani baase sanyi fach'aasanifi sagale nyaatani namaa baasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma roobninii fi baradaan didiqqaan sami'ii bu'ee lafa jiisee quubsee akka daraaraa biqilchitu taasisu nama sanyii facaasuu sanyii'i, ka waa nyaatuuf nyaata uduu hin kennine hin hafne,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Bokkeennii fi dhakaan bokkeyaa ol-gubbaa irraa gad roobee, lafa jiisiisaan, latti quunxitee, midhaan akka baachu ka facaasuuf sanyii, ka nyaatuuf sagalee, akka kennitu godhu malee, gara ol-gubba'aa akkuma hin deebine,