Isaiah 55:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani gammadaani godaantani, nagayaani iti d'aabattani, gaareenifi kubileleeni gammadde sirba baafte, mukhileeni gammade harka d'aa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isinillee biyya Baabiloonii keessaa gammachu'uun baatanii gara biyya keessanii nagayaan akka deebitan isin taasisa; gaarranii fi tulloonni isin afo'otti utaala'aa faarfatan; mukkiin raasa'aallee harka dhayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isin gammadaan Baabilon keessaa baatanee, nageyaan hin geegefantan. Gaarotii fi kooboti isin duratti gammadaa hin faarsan; muki badda'aa marti harka hin dhowan.