Isaiah 55:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla duri mogoreeni iti baatu, haruuni iti baate, fulla duri mukhi qoraati iti bahu qilt'aani iti baha. Tunini akheekha haga jiru jireenna tau taati, qaabacha waan anini AABBO Waaqi tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bikka qore'ee birbirsa; bikka qummuuddu'uu hadheessa'atu biqila; kun malkata Rabbiin itti yaadatan ka baraa haga bara baraa hin banne ta'a.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee muka qore'ee muki hindheensaa, addee qumi'uudu'uu muki dakkaraa hin lata. Tunille Mootii Waan Maraatiif qaabbii, beessisa haga bara baraa hin banne hin teeti» jedha.