Isaiah 55:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani maanifi waan isani inquufsine beese iti baaftani? Isani maanifi ka beela imbaane beese teesani baaftani? Na ch'aqasa, dubbi tiyya gula yaa, sagale sagale ch'ufa ira dansa nyaad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nyaata bu'aa hin qabneef maaf horii keessan baaftan? waan hin quubsinetti maaf hunna keessan fixxan? amma seeraan na caqasa'aatii nyaata mishaa nyaadhaa'a; nyaata filatameen uf gammachiisaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan sagalee hin te'initti maaf beesee teessan baattan? Waan isin hin quussinetti maaf eloottan? Na caqasa'a, waan dansaa nyaadha'a; sagalee dansa'atti gammada'a.