Isaiah 55:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumi tiyya, na ch'aqasa, nati koota; nati koota, jireenna argattani! Anini wold'aqisa haguma jiru jireenna jiru isani woliini tolfad'e eeba duri Dauditi kakhad'e isanii kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Gurra keessan gara kiyya qaba'aa natti dhiyaadhaa'a; lubbu'uun jiraachu'uuf dubbii kiyya caqasaa'a; akkuma Daawitiin jaaladhe isinillee amanamumma'aan jaalachu'uuf baraa haga bara baraa waadaa isinii gala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gara kiyya kowa'a! Gurra keessan gara kiyya deebifadha'a; akka jiraattanuuf na dhage'a'a! Jaalala kiyya ka bara baraa ka Daawitiif waadaa galeen, gondooroo bara baraa isin woliin hin godha.