Isaiah 55:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani gosa qara imbeenne yaamtani; worri qara isani imbeekhu ammo amma tana orie gara keesani d'ufa! Waan kana ch'ufa ana, AABBO Waaqa keesani, Waaqa qulqullo Israeliti, tolche, anini ulfinnaafi guddinna isanii kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Rabbi woyyichi Waandhi Israa'elii waan si kabajjeef ati banii hin beenne waamta; baniin si hin beennellee ariifata'aa gara kee dhufan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, ani Mootiin Maan Maraa Waaqi keeti Woyyichi Israa'elii ulfinna waan sii kenneef, ati gosa biyya adda addaa ta hin beenne hin waanta; gosi biyya adda addaa ta si hin beennelle ariiti'iin gara keeti hin dhufan» jedha.