Isaiah 55:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa barbaada, hojja inni argamu, Waaqa yaamad'a, yo inni d'io jiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin hennaa inni argamutti soqaa'a; hennaa inni dhiyaate waamaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa Mootiin Waan Maraa dhaggamu barbaadadha'a; adoo dhikoo jiruulle isa waammadha'a.