Isaiah 55:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'ubbichi ha kara ufi lakisu, nami hameenna gula deemu ha herega ufi garagalfatu. Inni ha AABBO Waaqa keennati deebiu. Duuba inni naheefi hurrise araaramaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hammeeyyiin hammeenna ufii, cubbamtoonnillee yaada hamaa ufii haa dhiisanii; araarri isaa guddaa waan ta'ee fi akka inni isaanii dhiisuuf, gara Rabbii Waaqa keennaa haa deebi'anii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami hamaan karaa ifii, nami yakkaamessi yaada ifii lakkisee, gara Mootii Waan Maraa Waaqa keennaa deebi'uu ti; inni isaaf hin marara; araarri isaalle baca'a.