Isaiah 55:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma gubbafi lafti gargari fago jirtu, heregaafi karaani kiyyaleeni keesani iraa fago jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma samiin ardii irraa ol fagaatu, karaan kiyya karaa keessan irraa, yaanni kiyyallee yaada keessan irraa guddisee fago'o.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma ol-gubbaan lafa irraa ol fagaattu, karaan kiyya karaa keessan irraa, yaadi kiyyalle yaada keessan irraa ol hin fagaata.