Isaiah 56:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, D'ugaafi qajeeluma tolcha, wonti akanatiifi baafami kiyya ya d'iaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi banii ufiitiin akkana jedha, «Hennaan ani fayyisu waan dhufuu fi hennaan ani banii kiyya hambisu waan dhiyaateef haqa eeggadhaa'a; waan qajeelaallee hojjadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Fayyisiis kiyya waan dhikaateeruuf, balchummaan tiyyalle ariiti'iin waan mudhattuuf, haqa eega'a; waan sirrii te'elle huja'a.