Isaiah 56:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaaroleeni Israeli ch'ufti ta sila worra kiyya gorsitu balla! Worri woma imbeekhu, akuma sare wo eeddu ta indunne jira — ta ufumaa ch'iifte oobjatte iriiba ch'alla jaalattu!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Worri Israa'eliin masakku balla'a; isaan maruu beekkumsa hin qaban; isaan akka sariin ciisanii, muganii, eebjotaniitii fi ka dutuu hin dandeenneeti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eeddoti Israa'elii balla'a; isaan martinuu beekkumsa hin qabanu; isaan martinuu akka sareelee dutuu hin dandeennee ti; isaan dutuu hin dande'anu; irkatanee oojjatan; hirriiba jaalatan.