Isaiah 56:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri sare sabdi woma inquumne fakaata. Worri tissitu woma imbeenne, ta fed'i ufi ch'alla gula deemte waan horattu ch'alla barbaaddu fakaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan akka sariin waa nyaattee hin quufneeti; isaan tissee hubannaa hin qabne; isaan maruu karaa ufii fedhan deeman; maruu faayidaa ufiitiif fiigan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan gadhitoo akka saree nyaattee hin quunnee ti; isaan tissitoota woy hin hubanne; isaan martinuu karaa ifii deeman; tokko tokkoon isaaniituu bu'aa ifii barbaadatan.