Isaiah 56:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri ch'ufti waan woliini jed'u, Koota, daad'i barbaanne, farso d'unne machoomna, guyyaani bori ka arrafa ira jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan, ‹koottaa daadhii woyinii ka baye sondhee dhunnee quufnaa! boru akkuma adhaa ta'aa; sirimaa ka kana caalu ta'aa!› jedhan!»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, ‹Kowa'a daadhii woyni'ii unna; untoo nama macheessitulle unnee machoonna. Borulle akkuma adhaa hin teeti; yookiin ta adhaa caala'aayyuu hin tolti› woliin jedhan.