Isaiah 56:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nama guyya Sabato jabeese guute, akasiini t'ureesu didu, ka waan hamtu tolchu didu, ineebisaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni waan kana godhu ka jabeessee qabatu ka Sambata hin diinnee fi ka harka ufii waan hamaa hojjachuu irraa dhooggu ka eebbaati.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami tana godhu, ka tana jabeessee eegatu, ka Sanbata hin batteessine, waan hantuu mara hujiisa irraa ka harka ifii eegatu ka eebbifame» jedha.