Isaiah 56:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan nama akasi sunini jed'u: yo atini naa saalfate, guyya Sabato jabeesite waan na gammachiisa tolchite wold'aqisa kiyyale jabeesite,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi «worra uumamaan uumatuu hin dandeenne ka sambata kiyya eegan, ka waan ani jaaladhu filatanii fi ka waadaa kiyya eegu'uun jabaatan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Guneessota Sanbata kiyya ulfeessanu, ka waan na gammachiisu filatanuu fi gondooroo tiyya jabeessanee ka eegatanuuf,