Isaiah 56:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
maqa kanke mana kiyya keesafi gumi tiyya keesaleti inuma qaabatani, haga nama ilmaani d'iiratifi ta dubra qabule ira. Haga jiru jireenna si inded'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani mana woyyuu kiyyaa fi dallawa kiyya keessatti maqaa ijoollee dhiiraatii fi intalaa ittiin qaabatamtu caalaa isinii kenna; maqaa bara baraa ka hin banne isinii kenna.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ani Galma Woyyicha kiyya keessaa fi dalleya kiyya keessatti, ijoollee dhiiraatii fi durraa caalaa, yaadanno'oo fi maqaa ittiin beekkamanu isaaniif hin kenna; maqaa haga bara baraa hin bannelle isaaniif hin kenna.