Isaiah 56:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle AABBO Waaqi nama gosa d'ibi ka gumi isati darame isaa jaalate isa hojate, guyya Sabato guute wold'aqisa isaa jabeesuni, waan jed'uuni,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra biyya ormaatii dhufanii Rabbiin jaalatanii isatti dhiyaatanii fi isaa hojjatan, worra Sambata isaa uduu hin diinne ka dubbii waada'aa eeganiin,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Worra orma ana Mootii Waan Maraa tajaajiluuf, ka maqaa kiyya jaalatuuf, ka ana waaqonfatuuf, ka natti dhikaatee, Sanbata kiyya adoo hin batteessin, gondooroo tiyya eegatanu mara,