Isaiah 56:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani ka gumi isaa ta Israeli ta boojiani galche, waan jed'u, Anini nama d'ibi ka boojianile galche, worra woliini teesisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi banii Israa'elii ka hulee isaan itti bittinnaayanii isaan deebisu «worra wol gaye kanaan alatti worra biraallee isaanitti makee dachaasa» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan Mootii Waan Maraa ka kolbaa Israa'elii ta bittinnootte wolitti qabu, «Ani worra amma wolitti qabameeru kana irratti ka dhibii dabalee wolitti hin qaba» jedha.