Isaiah 56:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bineensa ala, koota, bineensa badda keesa jiru tokole inhafina, koota nyaad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin biyya ormaa akka busaaya'aa burraaqa'aa banii liqimsu'uuf akka dhufan Rabbi isaan ajajeera; Rabbi akkana jedha,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Isin worri akka bineensotaa marti, isin worri akka bineensota gongoma'aa marti, nyaatiisaaf kowa'a.