Isaiah 57:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami d'ugaa indua, ammo nami waan isaa herege yokhaani yaalu injiru. Ammo ato innileeni due, badiini tokoleeni ta isa qabatu injirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa balchoonni du'an isaan maaf akka du'an namni hubatu hin jiru; namoonni mimmishaan hennaa du'an akka Waandhi waan hamaa jalaa isaan oolchu'uuf fudhate namni hubatu hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nami balchaan hin du'a; nami Waaqaaf ifi kennu, wonni hantuun akka isa irra hin geenneef fudhatama; tana nami hubatu hin jiru.