Isaiah 57:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani waaqoota d'ibi barbaaddani, ufi dad'absiiftani, jibbaachu dad'abdani. Ammalle waan irre isani qabdani tana waaqooti teesani ta d'ara suni isanii kennite seetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guddiftanii waan raantoftaniif hin dadhabdan; ta'ullee isin waan fedha keessaniin guddiftanii kakkaataniif «waan barbaachisuu miti» jettanii hin dhiifne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Deemmaa kara'aatiin dadhaddane; te'uu malee, ‹Tun bu'aa hin qaddu› hin jenne. Hunna haareya dhaggattane; tanaaf hin dadhaddane.