Isaiah 57:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Waaqi isani sodaachise lubbu isani naqu kunini kami kana, ka isani d'ara nati dubbatani na deetani? Waan anini guyya heddu afaani qabad'eefi na sodaachu diddani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ana yaaduu dhiiftanii wonti soba dubbattaniif eennuun sodaattaniiti? wonti na sodaachuu diddaniif waan hennaa heddu isinitti cadhisee akka waan hin arginee ta'eefii?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Akka isin na soddanuuf, ka isin sodaachisee yaachise eennu fa'a? Wonni isin na hin qaabatiniif, wonni isin tana hin qalbeeffatiniif, wonni isin na hin sodaatiniif, waan ani yennaa dheertuu cadhiseefii motii?