Isaiah 57:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani waan tau jirtani kana dansaa seetani, ammo anini ch'eera keesani mullisa, waaqooti teesani ta d'ara suni dandeete isani inqarqaartu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hujii keessan ka isin sirri'i jettanii yaaddan maraa ifa baasa; waaqoleen tolfamaan keessan isin gargaaruu hin danda'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani balchummaa teessanii fi hujii teessan hin salqa; waaqoti dharaa keessan womaa isiniif hin bayanu.